Erga barumsa. 2. Eenyummaan nama barreessee fi yeroon itti barreeffame akkuma barbaachisaa ta’an namni ergicha fudhatus eenyummaan isaa barbaachisaa dha. Kunis waa’ee barsiisa sobaa erga hubachiisee booda, inni maal akka gochuu qabu dha. Butamuu Booda Wantoota Jiran Erga qulqulloonni gooftaa qilleensarratti simatanii kaasee hanga deebi‟anii gooftaa waliin lafarratti moo‟anii gidduu kan jiruu dha. Jireenya Ximotewos. Erga koorsii barnoota ga’eessotaa milkaa’inaan xumuree fi Ragaa Dubbisuu fi Barreessuu Ga’eessotaa erga argateen booda, barataan sun sana booda kallattiin bara qophii jalqabaa keessatti karaa sirna mana barumsaa (manazel) ni galmaa’a. Jalqabni addunyaa jira (Uma 1:1). Neh 9:6. Innis uumaa dha. Fariisonni, ergamoota kana barumsa guddaa akka hin qabnee fi iddoo guddaa kan hin qabne godhanii yaadu turan. 6. . Ergamaan Phaawuloos Ximotewoosiif ergaa isaa yemmuu barreessuuf, haala madaallii isaa eeggateen. Dammaqiinsaa fi hubaannoo Jaal Lagaasa Wagii qabu irraatti hundaa’uun dhaaba keessaatti barumsa dabballummaa bara 1991 bakka Beelmuuguujedhamuutti barate. Waa‟een bara dhumaa kun jecha Giriikii “ Eschatos” jedhurraa kan dhufe yoo ta‟u, hiikkaan isaas „dhuma biyya lafaatii fi wantoota kanaan wal qabatanii bara dhumaatti ta‟an‟ jechuu dha. Haa taʼu malee, Yesuus leenjii hojii isaaniitiif isaan gargaaru isaaniif kenneera. Jalqaba barumsa kanaa irratti waliigala ergaawwan eegdotaa ilaaluuf yaallera. Bara 1991 barumsa siyaasaa fi leenjjii waranuumma, marsaa 18ffaa gahummaan xumuratee,dirree dhihaatti miseensa ABO ta’e. Addunyaa fi wantoota uumaman hundumaas kan eegu jira. Dursinee akkuma ilaaletti barsiisni sobaa namoota baay’ee akka miidhu dha. Amma immoo tokko tokkoon ilaaluu yaalla. Kutaa kana keessattis sanuma yemmuu godhu argina. idiswu mmgnwr jsaj emhpkugck lhxclp anpqhizo jzhrs oikkr wuo aintr